Bilibila Keessan Irratti Aplikeeshinii HelloCash Fe'uun Salphaatti Raawwadhaa
Aplikeeshiniin kun Tajaajila HelloCash Hunda kan Qabuu fi Tajaajila Kan Kennan Hundaaf ni Hojjeta







Haalawwan Murtessoo Ta'an
Version 1.01 (19.04.2017)
-
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa,Baankii Intarnaashinaala Anbassaa,Dhaabbata Faayinaansii Xixiqqaa Somaalee fi Baankii Wagaagan Herrega HelloCash Fayyadamuu ni Dandeessu
-
Intarneeta Malee ni Hajjata
-
Kaardii Mobaayilaa Bituuf
-
Qarshii Erguuf
-
Kaffaltii Raawwachuuf
-
Qarshii Baasuuf
-
Haftee Keessan Beekuuf
-
Herrega Keessan Salphaatti Fayyadamuuf